Jump to content

record

Wiktionary irraa

kanaslaali : recognize

Afaan Ingiliffaa

  • record, roster

Hiika

[gulaali]
  1. galmee

Gochima

  1. galmeessuu
  2. waan ummata biratti yaadatamuu danda'u haasa'uu/dubbachuu
  3. sagalee yookiin suuraa, teeppii fi kk fakkaatanitti waraabuu
  4. qabxii takkaa namiyyuu hin arganne galmeessuu ispoortii irratti)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'