Sibiila
Appearance
![refer to caption](https://cdn.statically.io/img/upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/a/ad/Iron_electrolytic_and_1cm3_cube.jpg/220px-Iron_electrolytic_and_1cm3_cube.jpg)
![A metal gravy boat](https://cdn.statically.io/img/upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/9/91/Sauce_boat.jpg/220px-Sauce_boat.jpg)
Sibiilonni elementoota calaqqisan, ho’aa fi elektirikii kan dabarsan, akkasumas shibooffamanfi batteeffaman ta’aniidha. Isaanis akkaataa adda addaatiin ho’a kutaa keessatti jajjaboo ta’u, meerkikurii kan dhangala’aa ta’e irraa kan hafe. Fakkeenyonni ayiranii ykn quraata, girjaa, warqee, meetii fi saldaqaa ni argamu.Amaloonni kun bu’aa hidhoo sibiilaa atoomota ykn molakiyuulota sibiilichaa gidduu jiruuti.