Jump to content

Rogsadee

Wikipedia irraa

Rog-sadee jechuun danaa ji’oomeetirii sarara qajeelaa sadii fi guttiyyoo(vertex) sadii irraa hojjetame dha.

Shallaggii naannoo roga sadii

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Rog-sadee
Dheerinni cinaachaa roga sadii a, b fi c yoo ta’u kofoon α, β fi γ dha.
: 1.1.

Shallaggii bal’ina roga saddeetii

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
: 1.1. Bal’inni bal’ina, b cinaacha kamiyyuu roga saddeetii agarsiisa, h immoo olka’iinsa cinaacha kana irraa gara golee faallaatti perpendikulaariin kaafame agarsiisa.

As Mee guddinni kofa 3 walakkaa naannoo ta’uu isaa haa hubannu

Gosoota Rogsadee

[gulaali | lakkaddaa gulaali]

Rogsadeen kofa sirri kan ballinni kofa saa 90 Aankofa(digrii)

Rogsadeen kofqoree kan ballinni kofa isaa >90 Aankofa(digrii)

Rogsadeen kofa jufunfula kan ballinni kofa saa <90 Aankofa(digrii)

Right triangle Obtuse triangle Acute triangle
Rogsadee kofasirri Rogsadee jufunfula (Obtuse) Rogsadee kofqoree(acute)
Habalakaa (Obliikii)